1 Chronicles 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeseni ilmaani d'iira torba qaba. Maqaani worra aka worri wolti aane d'alateeni kana: Eliabu, Abinadabu, Shama,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isseyi mucaa hangafaa Eeliyaabii fi ka lammeesso'oo Aminaadaabii fi sadeessoo Samaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isey ilmaan torba uumate; angafichi Eliiyaab, ka lammeesso'oo Abinaadaab, ka sadeesso'oo Shimi'aa,