1 Chronicles 2:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Onamuni ilmaani d'iira lama qaba, Shamaifi Yaada; Shamaileeni ilmaani d'iira lama qaba, Nadabufi Abishuri.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Onaamii Shamaayina'aa fi Yaada'a; Shaamaayi ijoollee Naadaabii fi Abisuur jedhaman uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Onaamii: Shaamaayii fi Yaada'a. Ilmaan Shaamaayii: Naadaabii fi Abiishur.