1 Chronicles 2:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sheshanini ilma tokole ind'alle, dubra male hojattuuni isaa namicha Misiri toko ka Yavha jed'ani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soosaan ijoollee durbaa malee ta dhiiraa hin qabu; inni hojjataa nama biyya Misirii ka Iyyuuheel jedhamu qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sheshaan ijoollee durraa qofa qaba malee, ilmaan hin qabu; garuu nama biyya Gibxi'ii ka maqaan isaa, «Yarhaa» jedhamu garbicha tokko qabaayyu.