1 Chronicles 2:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalebu oboleesa Yerameeli, ilma isaa ka angafa maqaani Mesha. Meshani abba Zifu, ka abba Maresha, ka abba Hebroni;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan ilma hangafaa ka Yiraahimi'eelii obboleessa Kaaleebii Meeshaali jedhama; Kun ilma dhiiraa ka Ziif jedhamee waamamu uumate; Ziif Mareeshaa uumate; Mareeshaan Keebrooniin uumate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma angaficha Kaalebii, obboleessa Yeraami'elii, maqaan isaa Mesha'a. Meshaan, Ziif uumate. Ziif, Mareshaa uumate. Mareshaan, Kebroon uumate.