1 Chronicles 2:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kelebuni gaarayu qaba ta Efa jed'ani, inni ilmaani d'iira sadi iraa d'ale: Harani, Mosa, Gazeezi. Haraninileeni ilma Gazeezi jed'ani qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaaleeb dubartii Eefaa jedhamtu ta mata gala itti galu qaba; isii irraa Haaraan, Moodaanii fi Gaazeeziin uumate; Haaraan ilma dhiiraa ka biraa ka Gaazeez jedhamu uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaaleb gursumeettii, «Efaa» jedhantu takka qabaayyu. Isiin Haaraan, Moza'aa fi Gaazez isaaf deette. Haaraanille ilma, «Gaazez» jedhamu uumate.