1 Chronicles 2:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kunileeni nama Kalebuni d'ale, Huriini ilma Angafa, ka Kalebuni Efrathi iraa d'ale. Ilmi Huri, ka Shobali jed'ani, dira Kiriath-Yearimu jaare;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan Kaaleebii akka armaan gadiiti; Hoor ilma hangafaa Kaaleebii ka inni haadha manaa ufii Efraataa irraa uumate; ilmi Hoorii Qiriyaataam; abbaan isaa Soobaal.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun sanyiin Kaalebii ti. Kaaleb haadha manaa ifii Efraataa irraa ilma isi'ii angaficha Huur uumate. Ilmaan Huurii keessaa Shobaal, Kiriiyat-Ya'ariim uumate.