1 Chronicles 2:55 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Balbalti gosa worra woi t'aafu dira Yabeesi keesa teeti: gochiti sunini tana: Tirathi, Shimeathi, Sukathi. Worri kunini worra gosa Kenniti, ka worra Rekabutini wolfuud'e.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti barreessitootaa ka Yaabeetsiin keessa taa'anii Tiraawota, Shimi'aataawotaa fi Sukaataawota fa'a; isaanillee abbaa Karikaabotaa worra Haamaatiin keessaa bayan Qeenaawota fa'a turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa barreessitootaa worra qachaa Yaabezii keessa le'u: Tiraasitoota, Shime'aatotaa fi Sukaatota; isaan kun Qenoota worra Hemaatii ka gosa Rekaabii ti.