1 Chronicles 20:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra dira suni ch'ufa boojie, sibiila woini ch'iranifi jembeefi d'agara iti kenne irreeni hojachiise. Inni worra Amoni ka dira d'ibi keesa jirule akasuma tolche. Duuba isaafi askartini isaa ch'ufti kaani Yerusalemuti dachaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii qachaa sanii maraa huji'iif yaasee Magaazi'iin, qottoo lafaan qotan dhagara'aan akka waa hojjatan godhe; Daawiti qachoota worra Amoonii maraa keessattuu akkasuma godhe, baniin maruu gara Yerusaalemii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota qachaa san keessa jiranu gad baasee magaazi'iin, qotto'oo fi agara'aan akka hujanu godhe; Daawiti waan kana worra qachaa Amoonotaa keessa le'anu mara hujisiiseen duuba, loltoota ifii mara woliin gara Yerusaalemii deebi'e.