1 Chronicles 20:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle eegi sunile worri worra Filistini akasuma wolhad'ani, Elhanani ilma Yeiri, Lahuni oboleesa Goliathi, ka worra Gathi, ka someeti woraana isaa haga utuba geetu d'ae ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma worra Filisxeemii woliinillee wol lolanii Eeliyaanaan ilma Yaa'irii ka woraanni eboo isaa akka ulee jirbii itti maranii, nama Geetii Laamehiin obboleessa Goliyaadii ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle lola worra Filisxeemotaa woliin wol lolane ka dhibii keessatti, ilmi Yaa'iirii Elhaanaan, obboleessa Goliyaadii Gaatichaa ka, «Laahim» jedhamu ka eboo somey isi'ii haga muka worri woyaa dhowu, woyaa dhowu san itti maruu geettu qabu ijjeese.