1 Chronicles 20:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari sadeeni Daudifi jari isaa fit'e kunini worra d'ed'eera fufurda gosa Gathi keesaa d'alate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan biyya Geetii keessatti gosa Raaffaayimii keessaa dhalatan; sadiinuu harkuma Daawitiitii fi ka loltoota isaa irratti dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun worra sanyii Refaa'ota ka Gaati keessaa, ka Daawitii fi loltooti isaa ijjeesane.