1 Chronicles 21:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, d'aqi, Daudini waan jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, waan sadi woli bira qabad'i, ka feetu gula bahi, ka taatefu siuma tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daawitiin bira dhaqii waan sadihii keessaa tokko akka filattu sii kenneeraa ani waan ati filatte raawwadha› jedhii itti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqiitii Daawitiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Ani filannoo sad si'iif hin kenna; isaan keessaa ka ani sitti fidu tokko filadhu siin jedha› jedhiin» jedhe.