1 Chronicles 21:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan Gadini jed'e, Anini ya ufi jibbaad'e lubbuuni na d'ufte, harka namaatiini duu imfed'u; tanaafi AABBO Waaqumani, ka naasu, ha waan fed'u na tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Gaadii raattichaan, «Ani guddisee muddameeraa; araarri isaa waan guddaa ta'eef harka namaa irratti kufu'uu mannaa harka Rabbii irratti kufuu naa woyya» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Gaadiin, «Ani muddama hamaa keessa jira. Marartiin Mootii Waan Maraa guddoo waan teeteef, harka Mootii Waan Maraatiin adabamuu naaf woyya malee, harka namootaatitti akka na hin lakkinneef, isa hin daadimadha» jedhe.