1 Chronicles 21:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqa waan Gadini jette, Beeni, Daudini, fulla AABBO Waaqa sorio iti qalani oobdi Arauna keesati jaari jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii akka Daawiti bayee oobdii Oornaan nama gosa Iyyaabusiititti hulee ciinca'aa Rabbii akka hojjatu akka isatti himuuf Gaadii raatticha ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Mootii Waan Maraa, «Dhaqiitii Daawitiin, ‹Ka'ii ol bayiitii eeddummee Ornaa Yibusichaa keessatti, addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif ijaar› jedhi» jedhee Gaadi ajaje.