1 Chronicles 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini Yoabufi worra gugurda askarti isaa kaani yaame waan jed'eeni, Beena, askarti teesani fud'ad'a, gosa Israeli ch'ufa haga Dani iti keeyattani Beershebati d'aaba, heda. Anini henna worraa haga beekhu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Iyyoo'aabii fi bulchoota bani'ii «Beersaabeehii jalqaba'aatii haga Daaniititti dhaqa'aa banii laakkayaa'a baniin hagamii biyya Israa'elii keessa akka jiru beekuu barbaadaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti Yo'aabii fi ajajjoota loltootaatiin, «Ani laakkossa namoota kiyyaa akka beeku Bersheeba'aa haga Daaniititti Israa'eloota laakkowa'aatii, kowa'aa natti hima'a» jedhe.