1 Chronicles 21:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla oobdi suni Araunafi ilmaani isaa afraani, ka taani mid'aani d'aanani malaika argani jennaani, ilmaani isaa orite d'okhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oornaan uf duuba midhatee yoo laalu maleekkaa arge; ijoolleen isaa ta isa woliin jirtu arfan hin dhokatan; hennaa san Oornaan qamadii dhayee qilleensaa kenna'aara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ornaan eeddumme'etti qamadii dhowiisatti adoo jiru, garagalee ergamaa Waaqaa dhagge; ilmaan isaa ta isa woliin jirtulle dhokatte.