1 Chronicles 21:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan isani jed'e, oobdi tante naa gurguri, fulla Waaqa sorio iti qalani keesati jaara, aka inni d'ukuba ch'iisa hama kana lafa keesaa balleesu. Anini waan isiini bitamtuni ch'ufa sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Oorna'aan, «Oobdii kana hulee ciinca'aa Rabbiif itti ijaaraa natti gurguri; dhibeen namatti lufee nama fixu kun maruu hin dhaabataa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Ornaan, «Balaan kun kolbaa tana irra akka hin buuneef, addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif akka irratti ijaaru, eeddummee teeti gatii guutu'utti natti gurguradhu» jedhe.