1 Chronicles 21:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Araunani waan jed'eeni, Ee hayyicha, fud'ad'i, waan feetu ch'ufa tolfad'i sangoleeni qotiyo ta atini gubde sorio baaftuleeni tana, mukhi mid'aani irati d'aanani, ka atini aka qoraani bobeesituleeni kanuma, ammalle dargayeeni atini Waaqaa baaftuleeni tanuma, ch'ufa ya sii kenne, fud'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oornaan Daawitiin, «Fudhadhu! ati mootichi kiyya waan feete irratti hojjadhu; ciincaa ciincawuuf sangoota, qoraan ittiin ciincaa dhiyeessaniifillee muka midhaaniin dhayan, kennaa midhaaniitiifillee qamadii sii kennaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orna deebisee Daawitiin, «Fudhadhu goottaa kiyya, waan feete godhadhu. Kennansa gubamuuf, korommiin tiyya kunoo ti, qoraaniif ulee midhaan ittiin dhowanu, kennaa midhaaniitiif qamadii, ani kana mara hin kenna» jedhe.