1 Chronicles 21:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi waan jed'eeni, Laki, anini Hori sii baasa; anini waan kanke ka woma iti imbaasini AABBO Waaqa sorio baasu imfed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti Oorna'aan, «Hin ta'u; waan kee ka ati qabdu maraa duwwamatti si irraa fuudhee Rabbiif ciincaa waan hin dhiyeessineef gatima guutu'uun si irraa bita» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti ammoo deebisee Ornaan, «Waawwo'o; ani gatii guutu'uun si irraa bitadha malee, waan keeti yookiin waan gatii itti hin baasin Mootii Waan Maraatiif kennansa gubamu hin dhikeessu» jedhe.