1 Chronicles 21:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
artiti fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa jaare, sorio gubanifi sorio wold'ageeti Waaqaa baase. Jennaani Waaqa kad'ate, AABBO Waaqi kad'a isaa d'agayeefi, ibida gubba gadi buuse sorio sunini gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti achitti hulee ciinca'aa Rabbiif hojjatee ciincaa ciincawuu fi ciincaa waan tokkumma'aatiif dhiyaatu Rabbiif dhiyeesse; hennaa inni kadhate Rabbi ibidda ciincaa hulee ciinca'aa irra jiru gubu sami'ii ergee kadhaa isaatiif deebii kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti eeddummee san keessatti addee ciinca'aa Mootii Waan Maraatiif ijaaree, kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa dhikeessee Mootii Waan Maraa waammate; Mootiin Waan Maraalle ol-gubbaa irraa addee ciinca'aa irratti ibiddaan deebii isaaf kenne.