1 Chronicles 21:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Daudini aka AABBO Waaqi kad'acha isaa d'agayeefi arge jennaani, oobdi Araunati sorio qale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Daawiti oobdii Oornaa nama gosa Iyyaabusiititti akka kadhaa isaa Rabbi dhagaye haga beeke achitti ciincaa ciinceesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Daawiti eeddummee Ornaa Yibusichaa keessatti Mootiin Waan Maraa deebii akka isaaf kenne yennaa dhagge, achitti ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeesse.