1 Chronicles 21:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Waaro Woyyuma, ta Musani lafa gamooji ta aloo keesati mid'aaseefi wonti mesa fakaata, ka sorio irati baasani, fulla Waaqa iti kad'atani ta Gibea jirti;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaseen Rabbiin itti waaqeffatanii fi huleen ciinca'aa ka ciincaa itti dhiyeessan ka Muuseen hojjate hennaa san hulee ciincaa itti dhiyeessan ka biyya Gabaa'oonii keessaa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san dunkaaniin Mootii Waan Maraa ta Muuseen goomolee keessatti hujee fi addeen ciinca'aa ta kennansa gubamuu, addee waaqonfanna'aa ta gaara Giibe'onii irraa keessa jiraniiyyu.