1 Chronicles 21:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoabuni waan hayyichaani jed'e, AABBO Waaqi gosa Israeli harka d'ibba haga amma ira dabarsinna! Ee hayyicha, worri kunini ch'ufti hojatu tante, atini maanifi waan kana tolchite gosa Israeli ch'ufa ch'ubbu keesa buufta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabi Daawitiin, «Rabbi banii amma jiru kana irratti dachaa dhibbaa haa eda'u; Mootii! Gooftaa kiyya; isaan maruu hojjattoota kee ka gooftaa kiyyaatii mitii? gooftaan kiyya waan kana maaf barbaada? banii Israa'elii irratti maaf badii kana fida?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab ammoo deebisee, «Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii dachaa dhibba baceessuu ti. Ee goottaa kiyya, ee mootii kiyya, isaan martinuu tajaajiltoota si goottaa kiyyaatii motii ree? Ati maaf isaan laakkowuu barbaadde? Maaf waan yakkaa te'ee isaanitti laakkowamu itti fidda?» jedhe.