1 Chronicles 21:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Daudini, maro goraade malaika AABBO Waaqa sodaateefi, achi d'aqe Waaqa kad'achu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti garuu guraadee maleekkaa Rabbii waan sodaateef achi dhaqee Rabbiin gaafachuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ammoo shallaagaa ergamaa Mootii Waan Maraa waan sodaateef, achi dhaqee Waaqa gaafatiisa hin dandeenne.