1 Chronicles 21:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi Yoabu dubbi suni guuchisise, duuba Yoabuni kae lafa Israeli ch'ufa keesa deeme, eege Yerusalemuti deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi garuu Iyyoo'aabiin akka inni ajaja isaa raawwatu giddisiifnaan banii laakkayu'uuf bayee biyya maraa irra naannayee gara Yerusaalemii deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ajaji mootichaa Yo'aabitti waan jabaateef, Yo'aab biraa bayee, biyya Israa'elii mara keessa deemeen duuba Yerusaalemitti deebi'ee,