1 Chronicles 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni henna nama woraana guutu hayyichatini d'ufe waan jed'eeni, Nami Israeli keesa jiru nama muumme inqamne — kuma maro kumatifi ammalle kuma d'ibba toko, ka Yuda nama kuma d'ibba afuritiifi torbatama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabi banii laakkayee baniin sun hagam akka ta'e Daawititti hime. Isaanillee worra Israa'elii keessaa banii miliyoonii tokkooti fi banii kuma dhibba tokkoo yoo ta'an banii biyya Yihuuda'aa keessaa ammo banii kuma dhibba afuriitii fi kuma torbaatamaa worra guraade'een loluu danda'an argate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
laakkossa kolba'aa Daawititti hime. Isaan kun Israa'el keessatti loltooti shallaaga'aan loltu miliyoona tokkoo fi kuma dhibba tokko, akkasuma Yihudaa keessatti loltooti shallaaga'aan loltu kuma dhibba afurii fi kuma torbaatamatti jiraayyu.