1 Chronicles 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan Waaqaani jed'e, Anini ya ch'ubbu hamtu tolche ka waan kana tahe! Aabbo, biraa naa deemi, anumati daalae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Rabbiin, «Ani waan kana godhuu kiyyaan guddisee yakkeera; waan hojjachuun naaf hin malle hojjadheeraa yabo'oo naa araarami» jedhee kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Waaqaan, «Ani gowwumma'aan cubbuu guddoo akkasii waan godheef, cubbuu ana tajaajilaa keetii akka araarantuuf, si gaafadha» jedhe.