1 Chronicles 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan jed'e, Tunini fulla Mani AABBO Waaqa jiraachu male. Fullaani worri Israeli sorio gubani irati baasu tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Manni woyyuun Rabbiitii fi huleen ciinca'aa ka baniin Israa'elii ciincaa ciincawu irratti dhiyeessu hulee kana jiraatuu barbaachisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti, «Galmi Mootii Waan Maraa ka Waaqaa as hin te'a; addeen kennansa gubamu Israa'el itti dhikeessitulle as hin teeti» jedhe.