1 Chronicles 22:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana naa jaaru isuma; inni ilma na tahe anini abba isaa taha. D'alooti isaaleeni haga jiru Israeli mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni maqaa kiyyaaf mana woyyuu ijaara; ilmallee naa ta'a; anillee abbaa isaa ta'a; barri mootummaa isaa banii Israa'elii irratti baraa haga bara baraa jabaatee dhaabata» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni maqaa kiyyaaf Galma hin ijaara. Inni ilma naaf hin te'a; anille abbaa isaaf hin te'a; barcumaa mootummaa isaalle Israa'el keessatti haga bara baraa hin jabeessa› jedhe.