1 Chronicles 22:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, ilma kiyya, AABBO Waaqi kanke si woliini jiraatinna, ammalle inni ha kakhu ufi guutu, aka atini mana isaa jaartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ammallee, «Ati ilma kiyya Rabbi si woliin haa ta'u; akkuma waan kee dubbatetti sii haa raawwatu mana woyyuu Rabbii Waaqa keetii ijaari;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma, ilma kiyya, Mootiin Waan Maraa si woliin jiraatuu ti; Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti Galma isaa akka ijaartuuf akkuma dubbatetti, inni sii muummessuu ti.