1 Chronicles 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi kanke qalbiifi beekha sii kennina, aka atini gosa Israeli Seera isaa gula fiddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka seeraa fi ajaja Rabbii eeddu Rabbi hubanna'aa fi ogummaa sii haa kennu; Israa'eliin irrattillee si haa leenjisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti kolbaa Israa'elii irratti yennaa mootii si godhu, akka ajaja isaatitti akka ati isaan bulchituuf, innummaan qarumma'aa fi hubantii si'iif kennuu ti.