1 Chronicles 22:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama hogeeyi si hojattu heddu qabda: nama d'akha boch'u, nama d'akhaani mana jaaru, nama mukhaani woi jaaru, ammalle hogeeyi aka ch'ufa, ta henna inqamne, ta
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hojjattoota baay'ee worra mukaa fi dhagaa baqassuu fi worra ogeeyyii muka bocanii midhaassan maraa hin qabda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati hojjattoota bacaa: ka dhakaa bocanu, ka dhakaa muranu, ka muka bocanu qadda; akkasuma ogeeyyii hujii gara garaa