1 Chronicles 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worqifi qarsifi sibiila diimafi sibiila d'ibileeni woi mid'aasitu. Amma kai, huji hojad'i, AABBO Waaqi si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Birriinii fi worqiin sibiilli diimaanii fi sibiillan adda addaa hagaa oli; kanaafuu ka'ii hojjadhu Rabbillee si woliin haa ta'u» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka hujii worqi'ii, meeti'iitii fi sageettu'uu bacaa qadda. Amma ka'iitii huji! Mootiin Waan Maraa si woliin jiraatuu ti» jedhe.