1 Chronicles 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle waan worraani jed'e, AABBO Waaqi keesani isani woliini jiraate, mirgaafi bitaani teesani ch'ufti nagaya taate. Inni nama duri lafa tana keesa tau ch'ufa harka kiyyati kenne, worri sunini amma isaanifi AABBO Waaqa jalati bula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Waandhi keessan isin woliin hin jiruu? Worra lafa irra jiraatan maraa Rabbi dabarsee naaf kenneera; lafa tana Rabbii fi baniin waan bulcha'aaraniif naannoo marattuu Rabbi hara isin baafachiiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin woliin jiraa motii ree? Inni karaa maraan isin foorfachiisee motii ree? Inni worra biyya tana keessa le'anu harka kiyyatti dabarsee waan kenneef, isaan Mootii Waan Maraatii fi kolbaa isaatiin bulan.