1 Chronicles 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma qalbiifi garaa keesanini AABBO Waaqa keesani hojad'a. Kaa, Mana AABBO Waaqa jaara, aka Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqatifi miha woyyuma keesa olkeetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee isin Rabbii Waaqa keessan barbaada'aa onnee teessanii fi lubbuu teessan maraanuu Rabbiin tajaajilaa'a, saanduuqa waada'aa ka Rabbii Waaqa keessaniitii fi meeshaa woyyuu tajaajila mana woyyuu keessatti tajaajilaniin maraa fiddanii akka isa keessa keettaniif mana woyyuu ulfinna Rabbiitiif ijaaraa'a» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuu teessan takkatti'iin Mootii Waan Maraa Waaqa keessan barbaada'a. Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraatii fi meya tajaajila Waaqaatiif adda baafame mara, gara Galma maqaa ka Mootii Waan Maraatiif ijaaramee fiddanee keessa akka keettanuuf, Galma Mootii Waan Maraa ka Waaqaa ijaara'a» jedhe.