1 Chronicles 22:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini nama gosa Israeli intahini, ka lafa worraa keesa jiru, wolti yaame huji hojachiise. Worri hagi toko d'akha Mana Waaqatini jaarani boch'e mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti worra biyya Israa'eliititti galee keessa jiraatu maraa wolitti qabee huji'itti isaan bobbaase; isaan keessaa namoota garii worra dhagaa mana woyyu'uun ijaaran bocu ramade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti alagaa lafa Israa'elii keessa le'anu mara akka wolitti qabamanu ajaje; worra wolitti qabamane san keessaa ijaarsa Galma Waaqaatiif namoota dhakaa bocanee qopheessanu file.