1 Chronicles 22:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sibiila heddu ka musubaara iraa mid'aasanifi miha balbalatifi sibiila diima heddu, ka nami dandae ulfinna isaa haga imbeenne, worrati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mismaari'ii fi sibiila loosaa balbala dallawa mana woyyu'uutii fi sibiila baay'ee ka manni woyyuun ittiin ijaaramu, akkasuma sibiila diimaa guddisee ulfaatu qopheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sibiila bacaa ka misimaaraa, ka saanqaa karraatii fi ka maaxafa'aa, akkasuma sageettuu bacaa hagana hin jedhanne qopheessee,