1 Chronicles 22:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni ilma isaa Solomoni yaame waan jed'eeni, Waan atini taatu, Mana AABBO Waaqa Israeliti jaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ilma ufii Solomooniin waamee Rabbii Waaqa banii Israa'eliitiif mana woyyuu akka ijaaru ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilma ifii Solomoon waamee, Galma Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii akka ijaaru ajaje.