1 Chronicles 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma kiyya, Anini sila qara Mana AABBO Waaqa kiyya jaaru fed'e, aka akasiini maqa isaa guddisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Solomooniin «Ilma kiyya; ani mana woyyuu Rabbiif ijaaru'uuf garaa kiyya keessatti yaadee ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ilma ifii Solomooniin, «Ilma kiyya, ani maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa kiyyaatiif Galma ijaariisaaf yaadeeraayyu.