1 Chronicles 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi qonqo nati erge waan nani jed'e, Atini guddo duulte nama hedu haate fit'e, tanaafi waan atini d'iiga nama heddu buufteefi mana naa jaaru himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi, ‹Ati dhiiga nama baay'e'ee waan jissiteef, hennaa baay'ee loltee dhiiga nama baay'e'ee waan jissiteef maqaa kiyyaaf mana naa hin ijaartu› naan jedheera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya dhufee, ‹Ati duula bacaa duultee, fuula kiyya duratti lafa irratti dhiiga namoota heddu'uu waan dhangalaatteef, ati maqaa kiyyaaf Galma hin ijaartu.