1 Chronicles 23:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan isaanii ka jalqabaa I'iiti; lammeessoon Ziiza'a; Ye'uusii fi Bari'aan garuu ijoollee baay'ee qaban ture; kanaaf isaan akkuma gosa tokkootitti laakkayaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaahaat angaficha, Ziinaan ka isatti aanu. Ye'ushii fi Berii'a ammoo, ijoollee hedduu waan hin qanneef akka maatii tokkootitti laakkowamane.