1 Chronicles 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namicha Waaqa ka Musa jed'ani kaani ilmaani isaa gosuma Lawi taaniti heregani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Muusee nama Rabbii gosa Leewwotaa woliin laakkayaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Muusee nama Waaqaa, akka gosa Lewwi'iititti laakkowamane.