1 Chronicles 23:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini kennanifi sunini tana: Aka qaalole ilmaani Haruni woliini huji Mana Waaqa keesa hojatani, aka ammalle Mana Waaqa qayeefi keesale qorqoratani, aka waan qulqullo ch'ufa qulqulleesani olkayani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin isaanii mana woyyuu keessaa fi hulee itti gad bayanitti tajaajiluu, meeshaa woyyuu maraa qulqulleessuu, tajaajila mana woyyuu Rabbii keessaa maraa hojjachu'uuf isaan maruu ijoollee Aaroonii jala jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujiin Lewwootaa badhinna Galma Mootii Waan Maraatii fi kolloo Galma Mootii Waan Maraa eegaa, meya woyyicha mara qulqulleessiisa, sanyii Aaronii ta Galma Mootii Waan Maraa keessa tajaajiltu qarqaariisa.