1 Chronicles 23:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka qit'a Waaqa baasanifi dargaye d'akhaani baasanifi qit'a didiqa bukho inqamneefi, qit'a d'aabaanifi dargaye dakhaani d'ad'aani wolti makhani qorqoratani, waan Mana Waaqa keesati sorio baasanile biimani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xorosho'oo fi daakuu kennaa ta'ee Rabbiif dhiyaatu, bixilee raacitii malee hojjatamuu fi daakuu dhadhaa ejersaatiin sukkuuman tooyattoota yoo ta'an, kennaa mana woyyu'uuf dhiyaatu maraa isaantu madaalee bikkee fuudha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle hujiin isaanii daabboo Waaqaaf woyyoontu, bullaa kennansa midhaanii, daabboo uukoo hin qannelle zayiti'iin sukkuumiisaa fi bilcheessiisaan, kennansa zayiti'iin wolitti makiisaan, safariisaa fi mikiisaan qarqaariisa.