1 Chronicles 23:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
guyya sorio AABBO Waaqaa gubani baasani ka Sabatotifi, ka baatitifi ka jila ch'ufa AABBO Waaqa faarsani guddisani. Ammalle seera baasani, worra Lawi ka huji tana hojachu male, haga himani, aka worri hojja ch'ufa AABBO Waaqa faarse isa guddisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata maraa fi jalqaba ji'aa maraa, hennaa ayyaanaa maraa akkuma seeraatitti ciincaa hennaa maraa Rabbiif dhiyaatu maraa dhiyeessu'uu fi
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa Sanbataa mara, baatii ji'aatitti, guyyaa jila beekkamaneetitti, yennaa kennansi gubamu Mootii Waan Maraatiif dhikaatu, akkuma ajajamane laakkossi isaanii adoo hin dhidhatin yennaa mara Mootii Waan Maraa duratti tajaajilaaraniiyyu.