1 Chronicles 23:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worraa kennani tana: aka Waaro Woyyumatiifi Mana Waaqa qorqoratani, ammalle worra fiit'a isaani, ka qaalole ilmaani Haruni, huji Mana Waaqa qarqaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
tajaajila daasee mana woyyuu keessaa ka Rabbiin itti waaqeffatan kunuunsuu fa'a; akkasuma seera waaqeffanna'aa ka mana woyyuu keessatti raawwatamu keessatti gadoota fiixaa Aaroonii ka fira isaanii gargaara'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasitti Lewwooti Dunkaanii Woldeenna'aatii fi Galma Mootii Waan Maraa san keessa waan hujiisaaf itti gaafatamanu muummessan. Isaan hujii firri isaanii ilmaan Aaronii Galma Mootii Waan Maraa keessatti hujanu qarqaarane.
Recommended Reading