1 Chronicles 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni worra nama kuma diddami afuri huji Mana AABBO Waaqati qoode, nama kuma jaa huji woi t'aafanifi ta dubbi laalaniti qoode,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin keessaa worri hujii mana woyyu'uu hojjachiisan namoota kuma diddamii afuriiti; namoonni kuma jahaa garuu worra bulchuu fi worra murtii kennu turan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Isaan san keessaa namooti kum diddamii afur hujii Galma Mootii Waan Maraa hujisiisanu ti; namooti kum jaa qondaaltotaa fi abbootii mura'aa te'anu ti;