1 Chronicles 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mushini ilmaani sadi qaba: Mali, Ederi, Yeremothi. Worri kunini nama d'aloota Lawiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Waandhi isaanii isaan ajajetti akkuma seera Aaroon abbaan isaanii isaanii kenneetitti seerri gara mana woyyuu Rabbii tajaajilu'uuf ittiin seenanii kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii isa ajajetti, akka abbaan abbootii isaanii ta durii Aaron tarreessetti, yennaa Galma Mootii Waan Maraa keessa seenanu seerati hujii isaaniif kenname kana.