1 Chronicles 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Daudini nama d'aloota Haruni kana ch'ufa fulla fullaati qoode huji iti kenne: Huji suni keesa, Sadoki ka d'aloota Eleazaritifi Ahimeleki ka d'aloota Ithamariti isa qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ijoollee El'eezerii Saadooqii fi ijoollee Itaamirii Abemelekiin woliin akkaatama seera tajaajila isaaniitiin isaan ramade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsa Zaadoqii sanyii Ele'azaariitii fi Ahiimelekii sanyii Itaamaariitiin, akka hujii isaaniititti, Daawiti sanyii Aaronii adda baase.