1 Chronicles 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aloota Eleazari fulla kud'ani jaati gargari qoodani. Ammalle d'aloota Ithamarile fulla saddeetiti qoodani; wonti akasi qoodanifi, waan nami d'aloota Eleazari ka nad'eeni fuud'e, worra kaani d'ibi ch'ufa ira heddateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni ijoollee El'eezerii bulchoota ijoollee Itaamirii hin caalan; akkaataan isaan itti ramadamanillee bulchoonni maatii ijoollee El'eezerii kudha jaha, bulchoonni maatii ijoollee Itaamirii garuu akka saddeet ta'u murteessanii ramadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatii Ele'azaarii keessatti dhiirti sooreyyiin dhiira sooreyyii maatii Itaamaarii keessaa caaltee dhaggantee jennaan, akka asii gadiititti ramadamane: Sooreyyiin maatii Ele'azaarii kudhanii jaa; ta maatii Itaamaarii saddeeti.