1 Chronicles 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'aloota Eleazaritifi ka Ithamari maro marooni hit'a suni fud'ate duuba nama fohatani, Shemaya ilma Nethaneli, ka worra Lawiti tatabe t'aafuti maqa worra t'aafa. Nami huji suni d'uga iti tahe: Hayyicha, worra huji isaati matati, qaallicha Sadoki jed'ani, Ahimeleki, ilma Abiahariti, ammalle worra worra qaaloleetifi ka Lawileeti mataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dursanii hixaa kaasu'uuf fiixaan El'eezeriitii fi fixaan Itaamirii kore koree seenan; Kanaan maayessa Shaamaa'ii ilma Naatinaa'elii gosa Leewwotaatitu isaan galmeessa'aa ture; mootichinii fi bulchoonni biyyaa ka baallii qaban goshoonni mootichaa Saadooqiin gadichinii fi Abemelek ilmi Abiyaatarii akkasuma bulchoonni maatii gadootaatii fi maatii Leewwotaa maruu worra raga'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreessaan Lewwootaa ilmi Nataani'elii Shemaa'iyaan Lewwichi mootichaa fi qondaaltota, hayyicha Zaadoq, ilma Ahiimelekii Abiyaataar, sooreyyii hayyootaatii fi Lewwootaa duratti, maqaa maatii Ele'azaariitii fi maatii Itaamaarii badoo bado'oon akka hixaa isaaniititti barreesse.